Genesis 24:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hojattuuni isaa waan jed'eeni, Hojja intalti anini kad'ad'uufi lafa tanati na gula galu didde ho? Gurba kanke lafa ati keesaa baateti indeebisa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjataan isaa sunillee, «Maal laataa yoo mucattiin gara biyya kanaa dhufuu didde ilma kee gara biyya ati keessaa baatee san fiduu?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo tajaajilaan sun, Abrahaamiin, «Intalti na faana biyya tana dhufuu hin barbaaddu fa'a te'a; yoos ilma keeti lafa ati keessaa dhuttetti deebisuu?» jedhee gaafate.