Genesis 24:52 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi hojattu Abrahamu waan kana d'agaye jennaani jilbifate Waaqa yaamate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjataan Abrahaamiillee hennaa waan kana dhagaye jilbiiffatee Rabbii sagade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilaan Abrahaamii sun yennaa waan isaan jedhane kana dhage'e, gad jedhee Mootii Waan Maraatiif sagade.