Genesis 24:56 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni waan jed'e, Armati na intursina. AABBO Waaqi yayu imaltu tiyya eebise; amma ingala, nati eebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo, «Rabbi karaa naa qajeelcheeraa na hin tursiisinaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammoo isaaniin, «Eega Mootiin Waan Maraa deemmaa tiyya naa milkeesse, na hin tursina'a; gara goottaa kiyyaa akka dhaquuf na geegessa'a» jedheen.