Genesis 24:58 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi worri Rebeka yaame waan jed'eeni, Namicha kana gula deemu feeta? Jennaani isiini, Ee jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ribqaa waamanii, «Nama kana woliin deemtaa?» jedhanii gaafatan. Isiinillee, «Ee hin deema» jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan Ribqaa waamanee, «Namicha kana woliin hin deentaa?» jedhanee gaafatane. Isiin, «Ee, hin deema» jette.