Genesis 24:59 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi worri Rebekafi jaarti haguma duri gaafa isiini d'alatte asi isii hojattu hojattu Abrahamutiifi wahela isaa gula gad'iise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan Ribqaa obboleettii ufii, ta waa isi'ii hojjattu, hojjataa Abrahaamiitii fi worra isa woliin jiru maraa geegessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan Ribqaa obboleettii isaanii, guddittuu isi'ii woliin, tajaajilaa Abrahaamiille namoota isaa woliin geegessane.