Genesis 24:60 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Rebeka eebise waan jed'e: Oboleeti, hori buli, daraari, ilmaani heddu muumme inqamne d'ali! Ilmaani tante ha nyaapa ufii d'absattuuti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ribqaa «Ati obboleettiin teenna, hori; haadha banii baay'e'ee ta'i; horteen kee qe'ee diinaa haa dhaalu!» jedhanii eebbisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, Ribqaa eebbisanee, «Obboleettii teenna, haadha kuma heddu'uu te'i; sanyiin teeti qachaa diinota ifii qabatanuu ti» jedhane.