Genesis 24:62 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi Isaaqooni gara eela Beer-Lahai-Roiti d'ufe bita lafa Kanaani qubate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yisaaqillee karaa burqaa «Bi'eerla hayiroo'i» jedhamtuutiin dhufee biyya Neegeebii jiraata'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yisihaq yennaa san gara boolla bisaanii ta, «Be'er-Lahaayi-Ro'i » jedhantuu dhufee, lafa goomolee «Negeb » jedhantu keessa le'iisatti jiraayyu.