Genesis 24:63 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Galgala toko ato ufumaa diida lafaa keesa deemu, gaala gadi yau arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yisaaqillee haga lafti galgalaaye garaa ufii keessatti dhudhuma'aa uduu deemu ol jedhee gaallan gara isaa dhufan arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gaafa tokko galgala alatti bayee, yaadaan qabamee adoo deemuu, gaalota dhufiisatti jiranu dhagge.