Genesis 24:65 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan hojattu Abrahamutiini jette, Nami gadeemu suni eenu? Inni waan jed'eeni, Inni abba kiyya. Jennaani Rebekaani hagogo isii fud'atte matati hagogatte fuula d'ofatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Eennu inni ka achii as deema'aaru sun? jette; hojjataanillee, «Inni gooftaa kiyya» jedheen; isiinillee hin haguuggatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Namichi diida keessa as nutti dhufiisatti jiru sun eennu?» jettee tajaajilaa Abrahaamii gaafatte. Tajaajilaan deebisee, «Inni ilma goottaa kiyyaa ti» jedhe. Maarre isiin shaashii ifii fudhattee fuula ifii buqatte.