Genesis 24:67 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isaaqooni Rebeka waaro duri haati keesati galtutiini galate niiti tolfate. Isaaqooni Rebeka guddo jaalate, akanaani lubbu haad'ale iraa hafe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Yisaaqi qabatee gara daasee haadhaa seene; inni isii hin fuudhe; haadha manaa taateef; isii jaalatee gadda haadhaa irraanfatee jajjabaate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yisihaq isii fidee gara dunkaana Saaraa haadha ifii seensifate. Inni Ribqaa fuudhee, isiille niitii isaa teete; inni isii jaalatee, gadda haadha ifii irralle'ee jajjabaate.