Genesis 24:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi, Waaqi gubbaa, worra kiyyafi lafa fiit'a tiyya keesaa na baase, aka lafa tana anaafi d'aloota kiyyaa kennu kakhate. Inni malaika isaa si dura erga, aka atini niiti gurba kiyyaa agartu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi Sami'ii ka mana abbaa kiyyaa ka itti dhaladhe keessaa na baase lafa tanallee sii kenna jedhee natti himee naa kakate maleekkaa ufii si afoo erga achii ilma kiyyaa intala fuuta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi ol-gubba'aa, ka mana abbaa kiyyaatii fi lafa itti dhaladhe keessaa na baasee, ‹Lafa tana sanyii teetiif hin kenna› jedhee natti dubbatee naaf kakate, inni ergamaa ifii si'iin dura hin erga; atille niitii ilma kiyyaaf achii barbaaddee hin fidda.