Genesis 24:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani namichi kaani harka ufii gudeeda abba isaa Abrahamu jiddu keeyate waan inni jed'eeni kaani gula kakhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa hojjataan isaa sun harka ufiitiin gudeeda Abrahaamii gooftaa ufii qabee waan kanaaf kakateef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre tajaajilaan sun harka ifiitiin gudeeda Abrahaamii goottaa ifii qabatee, waan Abrahaam isa gaafate san godhiisaaf kakate.