Genesis 25:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani Ishmaeli lafa Havilafi Shuri jiddu, d'aatu kara Ashuru, ka Misiriini ilaboru, teete. Worri ilmaani Abrahamu taani d'ibi hanqate qofa godaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Huleen horteen isaanii jiraatanillee Ewulaaxii ka'ee Hawila'aa fi Asuuriin jidduu hortee Abrahaamiitiin wol jibbanii gara gara fagaatanii jiraata'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Ishimaa'elii biyya Gibxii irraa gara aduun baatu, karaa Asoor geessu, Awiila'aa fi Shuur odduu le'ane; isaan sanyii Abrahaamii dhibii woliin diinumma'aan wol irraa fagaatanee le'aniiyyu.