Genesis 25:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isaaqooni, gaafa inni Rebeka fuud'e ganni isaa afurtama. Isiini dubra Bethueli, ka gosa Aramu, ka lafa Mesopotamia, maqaani oboleesa isiileeni Labani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yisaaqi hennaa woggaa afurtamaa ta'etti Ribqaa fuudhe; isiin mucattii Baatu'eelii nama biyya Sooriya'aa ka laga lamaan jidduu jiraatuutii fi intala haadhaa ta Laabaa nama Sooriya'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yisihaqille nama woggaa afurtamaa yennaa te'e, Ribqaa fuudhe; isiin intala Batu'elii, obboleettii Laabaanii worra Sooriya'aa ka Aaram biyya bisaan lama oddu'uu keessa le'uu ti.