Genesis 25:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini ato ijoolle ind'aliini guddo deemte jennaani Isaaqooni guddo Waaqa kad'ateefi. Waaqi kad'a isaa d'agaye, Rebekaani garaachoofte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yisaaqi waan haati manaa isaa dhabduu taateef Rabbiin kadhate; Rabbillee hin dhagayeef; Ribqaan hin ulfoofte;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ribqaan maseena waan teeteef, Yisihaq marroo isi'iitiif Mootii Waan Maraa daadimate. Mootiin Waan Maraalle daadimata isaa dhage'ee, niitiin isaa Ribqaan ulfootte.