Genesis 25:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ka lameeso hirba Esauti qanch'oorfate d'alate, tanaafi maqa isaa Yakobo baasani. Gaafa ijoolleeni tuni lamaani d'alatte, ganni Isaaqo jaatama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa obboleessi isaallee dhalate; inni harka ufiitiin koomee Eesawu'uu qabatee ture; maqaa isaa Yaaqoob jedhaniin. Ribqaan hennaa ijoollee tana deettu Yisaaqi nama woggaa jahaatamaa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Annuun lammeesso'oo yennaa dhalate, jimuu Esaawuu waan qabateeruuf, maqaa isaa, «Yaaqoob » jedhane. Yennaa isaan dhalatane san Yisihaq nama woggaa jaatamaa ti.