Genesis 25:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan Yakobooni jed'e, Anini beelaa injiru, waan diimtu d'aabu jirtu suni naa kenni. (Suni gula Esauuni Edomu jed'ani.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eesawu lafa gammoojji'iitii galee Yaaqoobiin «Ani waan guddisee beelayeeruuf ittoo diimaa kana irraa na nyaachisi» jedheen; kanaaf maqaan Edoom jedhame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoobiin, «Ani waan gaggabeeruuf, unata diimaa kana irraa naa kenni» jedhe. Tanaaf inni, «Edoom » jedhame.