Genesis 25:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni waan jed'eeni, Qara ato anini sagale sii inkennine kakhad'i, aka angafooma naa kennitu. Esauuni aka angafooma Yakoboo kennu kakhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoobillee, «Dura naa kakadhu» jennaan kakateefii hangafummaa ufii Yaaqoobitti gurgurate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob ammoo, «Dursii naa kakadhu» jedhe. Maarre inni isaaf kakatee angafummaa ifii Yaaqoobitti gurgurate.