Genesis 25:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo gaafa jiru ijoolle isaa ta nad'eeni isaa d'ibiini, Sara male, d'alteefi hand'ura naqeefi. Duuba eegi suni ijoolle isaa taani ch'ufa, Isaaqo male, ilaboruti ufiraa godaanise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abrahaam ijoollee ufii ta dubartoota mata gala itti galee irraa uumateellee kennaa kennee uduma ufii lubbu'uun jiru mucaa ufii Yisaaqiin irraa fooyee gara baya biiftu'uu isaan geegesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo adoo jiruu, ilmaan dubartooti dhibiin isaa deetteef kennansa kenneefii, gara lafa baya adu'uu Yisihaq irraa akka isaan fagaatanu godhe.