Genesis 25:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ijoolleeni isaa Isaaqofi Ishmaeliini goda Makpela ka diida Mamre ilaboru jiru, keesati awaalte. Diida suni duri ka Efroni ilma Sohari, ka gosa Hiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen isaa Yisaaqii fi Ismaa'eel lafa qonnaa ka Maammire'ee ka qonna Eefroonii ilma Za'aarii Keexichaa goda keessatti awwaalan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan isaa Yisihaqii fi Ishimaa'el goda Makfela'aa fichaa Efronii ilma Zohaarii Heetichaa, ka Mamree irraa gara aduun baatuu san keessatti isa awwaalane.