Genesis 26:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Abimelekiini waan jed'e, Atini maafa akana nu tolchite? Jara kiyya keesa nami toko sila ya niiti teetiini rafe wollaala keesa nu buuse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abemelekillee, «Maaf akkana nu goote? banii keessaa namni tokko haadha manaa tee bira gawu'uuf hennama diqqo'otu hafe; cubbuu natti fiddee oolte»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abiimelekille, «Wonni ati nu irratti hujje kun maan? Namoota keessaa tokko niitii teeti woliin silaa diqquma hin rafin hafe; nu'ulle yakkaameyyii gootee dhadde» jedhe