Genesis 26:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abimelekiini nama ufii ch'ufa gorse waan jed'eeni, Nama nama kanafi niiti isaale tuqu inijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abemelek banii maraan, «Haadha manaa nama kanaa yookaan namni nama kana tuqu haa du'uu» jedhee seere.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Abiimelek, ajaja baasee, «Eennulle namicha kana yookiin niitii isaalle yoo tuqe ijjeefamuu ti» jedhee namoota mara ifi eeggachiise.