Genesis 26:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isaaqooni mid'aani lafa suni keesati fach'aafate, maro d'ibba toko haga duri fach'aase kaani ira murate ganna suni keesa; wonti akanatiifi AABBO Waaqati akasi isaa eebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya sanitti Yisaaqi sanyii facaasee baruma sanitti waan Rabbi isa eebbiseef dachaa dhibbaa argate;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yisihaq lafa sanitti midhaan facaasee, wogguma san dachaa dhibba galfate; Mootiin Waan Maraa waan isa eebbiseef,