Genesis 26:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tissituuni Gerari, Bisaani kunini keenna jette, tissitu Isaaqotiini irati wold'abani. Tanaafi Isaaqooni eela suni maqa Eseki baaseefi, waan irati wold'abaniifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tisseen biyya Geerara'aa ammo tissee horii Yisaaqii woliin wol arganii wol morman; waan «Bisaan keenna» jedhanii wol mormaniif maqaa boollattii sanii «Eseeq » jedhee itti baase waan sababaa isi'iitiif wol lolaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tissitooti worra Geraarii, «Bisaan kun keenna» jedhanee, tissitoota Yisihaqii woliin wol falmane. Waan isaan bisaan wol falmaneef, Yisihaq maqaa boolla bisaanii san, «Eseeq» jedhee baase.