Genesis 26:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achi godaane fulla d'ibiti eela qotate. Ammo kana irati nami wolind'amne. Tanaafi maqa Rehobothi baasanifi, akasi jechaani Ballinna jechu. Inni waan jed'e, AABBO Waaqi ya ballinna nuu kenne, amma guddo horanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee achi siiqee boolla biraa qochisiise; isii irratti waan wol hin lolleef maqaa isi'ii «Rihooboot » jedhee waame; Rihooboot jechuun Rabbi nuu badhise, lafa irrattillee hin baay'anna jechu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni achi irra dabaree boolla bisaanii dhibii qochisiise; isii irratti isaan wol falmii hin kaanne. Maarre inni boolla bisaanii san, «Amma Mootiin Waan Maraa addee badhoo nuu kenneera; nuutille lafa tana keessatti hin horra» jedhee, maqaa boolla bisaanii san, «Rehobot» jedhee baase.