Genesis 26:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isaaqooni waan jed'eeni, Isani amma maafi na argu d'uftani, ka duri na jibbitani lafa teesani keesaa na haatani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yisaaq, «Na jibbitanii uf irraa na hin ariinee? maaf gara kiyya dhuftan?» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yisihaq isaaniin, «Ana jibbitanee eega na ariitane, isin maaf gara kiyya dhuttane ree?» jedhe.