Genesis 26:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Arma tai, ani si woliini jiraad'e si eebisa. Lafa tana ch'ufa sifi ilmaani teeti kenna. Anini kakhu Abrahamu abba kanketi kakhad'e inguuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ani si woliin ta'aa; si eebbisaa; biyya kana maraa si'ii fi hortee keetiifillee hin kennaa; waadaa abbaa kee Abrahaamii galellee hin raawwadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafuma tana keessa turi! Anille si woliin hin jiraadha; si'ille hin eebbisa. Ani lafa tana mara si'ii fi sanyii teetii kennee, kakuu abbaa keeti Abrahaamiif kakadhe hin muummessa.