Genesis 26:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ilmaani heddu ta haga urji garaa Waaqa geetu sii kenne lafa tanale ch'ufa ilmaani sunii kenna. Gochiti ch'ufti ilmaani tante gula eeba argatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hortee kee akka urjii Sami'ii baay'isa; lafa kanniin maraa hortee keetii kenna; baniin biyya lafaa maruu hortee keetiin eebbifama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani sanyii teeti akka urjoota gubba'aa baceessee, lafa tana maralle isaanii hin kenna; gosi adda addaa ta lafa irraa martinuu karaa sanyii teetiitiin hin eebbifanti.