Genesis 27:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yakobooni waan haad'aani jed'e, Atini imbeeta, nafi Esauu dabassicha, kiyya ammo qulqullicha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoob haadha ufii Ribqa'aan, «Obboleessi kiyya Eesawu nafti isaa rifeensa qaba; ani ammo nafa irraa rifeensa hin qabu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob haadha ifii Ribqa'aan, «Kunoo, obboleessi kiyya Esaawu nafi isaa dabbasicha; nafi kiyya ammoo mucucaataa dabbasaa hin qanne.