Genesis 27:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hegeri aabbooni na qabate, aka anini isa sobe beekate, fulla eeba anini abaarsa ufitiini d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
maal laataa yoo abbaan kiyya nafa kiyya qaqqabee akka isa sobe beeke eebba fudhachu'uuf abaarsa fudhadha» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dedha fa'a abbaan kiyya yoo na qaqqabee ilaale, ani waan isatti murge fakkaadhee, eebba adoo hin te'in abaarsa ifitti fida» jedhe.