Genesis 27:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haati waan jetteeni, Abaarsi suni ha na qabatuuti, waanuma anini siini jed'e guuti, beeni, kaarata suniini kooti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haatillee isaan, «Abaarsi sun bikka kee na irra haa ta'u; woma ani siin jedhe callaa dhagayii deemii fidi» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ribqaan deebittee, «Ilma kiyya, abaarsa keeti ani hin fudhadha; akka ani jedhe godhiitii, deemii buruusota naa fidi» jette.