Genesis 27:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni waan jed'eeni, Anini angafa kanke Esau; ya waan atini naani jette guute, kai, fooni bineensa anini galeeni kana nyaad'i, na eebisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoobillee, abbaa ufiitiin «Ani ilma kee ka hangafaa Eesawu'u; waan ati naan jette godhee garaan kee akka na eebbisu ol jedhii taa'ii waan dhadhoolee fide kana nyaadhu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob abbaa ifiitiin, «Ani Esaawuu ilma keeti angaficha; ani akka ati jette godheera. Ol jedhii tee'iitii, akka na eebbittu, foon ani adansee fide nyaadhu» jedhe.