Genesis 27:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni Yakobo hubachu dad'abe, waan harki isaa dabassa aka ka Esau qabuufi isa eebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni eennuun akka ta'e isa hin beenne; waan harki isaa akka harka obboleessa isaa Eesawu'uu ka rifeensa qabu ta'eef isa eebbise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Harki isaa dabbasicha akka harka obboleessa isaa Esaawuu waan te'eef, abbaan isaa isa beekuu hin dandeenne. Tanaaf inni isa eebbisiisaaf jedhee,