Genesis 27:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Isaaqooni waan jed'e, Fooniini na kooti, aka anini sagale harka kanketi nyaad'e si eebisu. Yakobooni foonifi daad'i inni d'ugu d'ufeeniifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan ilmi kiyya dhadhoolee fide nyaadhee quufee garaan kiyya akka si eebbisu naa dhiyeessi» jedheen; innillee dhiyeesseefii jennaan nyaatee daadhii woyini'iillee dhugee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yisihaq, «Ilma kiyya, foon ati adansitee fidde nyaadhee, akka si eebbisuuf, as naa fidi» jedhe. Yaaqoobille isatti fidee, innille nyaate; daadhii woyni'iille akka unuuf fidee innille une.