Genesis 27:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma Yakobooni eeba argate abba biraa baheeni, oboleesi isaa Esauuni adamoo gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yisaaq Yaaqoobiin eebbise; Yaaqoobillee haga abbaa ufii biraa bayeen maayessa hennama san Eesawu dhadhoolaa gale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yisihaq akkuma Yaaqoob eebbisee ka'een, Yaaqoob fuula abbaa ifii duraa gad bayeeruun, obboleessi isaa Esaawuun adamo'oo dhufee seene.