Genesis 27:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Innileeni sagale miooftu abbaa d'aabe geeseefi waan jed'eeni, Aabbo, kai, fooni anini si d'ufeeni kana nyaad'u naa eebisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee akkasuma nyaata mi'aayaa hojjatee gara abba'aa dhaqee «Aabbaa; Ka'i akka garaan kee na eebbisu waan ani ilmi kee dhadhoole kana nyaadhu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Innille dhandhama qopheessee gara abbaa ifii fidee, «Abba'a, ol jedhii tee'i; akka na eebbittuuf, foon ani adansee fide nyaadhu» jedhe.