Genesis 27:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isaaqooni waan jed'eeni, Atini eenu kana? Inni waan jed'e, Anini Esau, ilma kanke ka angafa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan isaallee «Ati eennu?› jedheen. Innillee, «Ani mucaa kee ka hangafaa Eesawu'u» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan isaa Yisihaq, «Ati eennu?» jedhee gaafate. Inni deebisee, «Ani ilma keeti angaficha, Esaawu'u» jedheen.