Genesis 27:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isaaqooni nahe hollate waan jed'eeni, Eenu re, ka reefu si durati bineensa ijeese fooniini naa d'ufe? Anini diquma si durati nyaad'e eebiseefi, eebiti sunini inhanqattu, tama isaa taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yisaaqillee guddisee nayee, «Ka dura dhadhoolee naa fide eennu? uduu ati hin dhufne nyaadhee isa eebbise» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yisihaq guddoo nayee hollatee, «Ka bineensa adansee naa fide, inni eennu ree? Dhufa teetiin dura ani nyaadhee isa eebbiseera; ee, inni ka eebbifame hin te'a!» jedhe.