Genesis 27:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isaaqooni waan jed'eeni, oboleesi kanke d'ufe sobaani na balleese eeba anini sila sii kennu fud'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan isaa «Obboleessi kee sobee seenee eebba kee fudhate» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yisihaq ammoo, «Obboleessi keeti sobaan dhufee, eebba keeti fudhateera» jedhe.