Genesis 27:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Isaaqooni waan jed'eeni, Bokeeni gubbaa si roobu injiru, oobruuni woma sii imbaaftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan isaa Yisaaqillee deebisee «Huleen ati jiraattu ka lafa gabbate irraa fagaatee fi ka rooba Sami'ii hin arganne;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan isaa Yisihaq deebisee, isaan, «Ati lafa laayyoo irraa, karfaffuu irraa fagaattee leeta.