Genesis 27:40 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini woraana keetiini fidamta, hojattu oboleesa kanketi taata. Ammo hojja obsu dad'abde, harka isaa keesaa baata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati woraanaan jiraatta; Hojjataa obboleessa keetii taata; hennaa aartee itti kaate ba'aa san uf irraa buufta» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Shallaagaa keetiin leeta; obboleessa keeti tajaajilta. Yennaa didde ammoo, waanjoo isaa morma keeti irraa hin buufatta» jedhe.