Genesis 27:41 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti Esauuni Yakobo jibbeefi waan abbaani isaa isa eebiseefi. Inni herege waan ufiini jed'e, Guyyaani abba kiyya ya gabaabate, anini gaafa inni due Yakobo inuma ijeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eesawu waan abbaan isaa Yaaqoobiin eebbiseef Yaaqoobiin irratti gadoo qabatee «Abbaan kiyya waan du'uu gayeef ani obboleessa kiyya Yaaqoobiin hin ajjeesa› jedhee yaade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan isaa waan isa eebbiseef, Esaawuun Yaaqoob jibbe. Inni gadhaa ifiititti, «Yennaan abbaan kiyya du'u dhikaatteerti; achiin duuba ani obboleessa kiyya Yaaqoob hin ijjeesa» jedhe.