Genesis 27:43 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma, ilma kiyya, dubbi tiyya ch'aqasi, kai hurrisi worra oboleesa kiyya Labani, ka lafa Harani jiruti baqad'u,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
amma ilma kiyya waan ani sii jedhu dhagayii obboleessa kiyya Laabaa bira dhaqiitii
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf amma, ilma kiyya, waan ani siin jedhu godhi. Ka'iitii gara obboleessa kiyya Laabaanii ka Kaaraan keessa jiruu baqadhu.