Genesis 28:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba oobjate, riiqa d'eera gubbafi lafati eju, ka malaikaani gula gabuute gula oldeebitu, arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Halkan san eebju'uun kortoon lafaa haga Sami'ii gawu maleekkonni Rabbii hennaa kortoo kana irra kora'aa bu'an arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni achitti oojjatee, riqaa lafa irratti ijjatee qacceen isaa ol-gubbaa geettu, ergantooti Waaqaa isa irra ol bayaa, gad bu'anuun oojju'uun dhagge.