Genesis 28:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini aka biyye tana taate, lafa tana mirgaa bitaa fud'atte sifi ilmaani teetiini gochi ch'ufti eeba argatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Horteen kee akka xidhacha galaanaa baay'ata; gara bayaa fi dhiyaa, gara kaabaa fi kibbaa hin badhata; baniin biyya lafaa maruu si'ii fi hortee keetiin eebbifaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin teeti akka maansa lafaa hin bacatti; isaan gara aduun seentuu fi baatu, gara kaabaa fi kibbaa hin babadhatan; kolbaan biyya lafaa duudiin si'ii fi sanyii teetiin hin eebbifaman.