Genesis 28:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle si wahelche, fulla atini deemtu ch'ufati si qorqorad'e, lafa tanati si deebisa. Anini si illakisu, haga waan sii tolcha siini jed'e ch'ufa sii guututi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan si woliin jiruuf karaa deemtu marattuu si eega; gara biyya tanaallee si deebisa; waan sitti hime maraa haga sii godhuuf ani si hin dhiisu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani si woliin hin jiraadha; addee ati dhaxxu maratti ani si hin eega; gara lafa tanaalle si hin deebisa. Waan waadaa sii gale mara haga sii godhutti ani si hin lakkisu» jedhe.