Genesis 28:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yakobooni kakhate waan AABBO Waaqaani jed'e, Hojja atini na wahelchite imaltu tiyya keesati na qorqoratte beelafi daara na baafte,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Yaaqoob akkana jedhee silata qabe «Rabbi na woliin jiraatee karaa ani deemu marattuu yoo na eege, waan nyaadhuu fi waa uffadhu yoo naa kenne,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob Mootii Waan Maraatiif waadaa galee, «Yoo ati na woliin jiraatee, karaa ani deemu kana irratti na eedde, sagalee nyaadhuu fi woyaa uffadhu yoo naaf kennite,