Genesis 28:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fullaani anini d'akha kana akheekhaa old'aabe tunini mana kanke taati; ammalle waan atini naa kennite ch'ufa kud'ani keesa toko sii kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhagaan ani soodduu dhaabe kun mana Rabbii ta'a; waan ati naa kennite maraa keessaa kurneessoo sii kenna» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhakaan ani akka sooddu'uu dhaabe kunille, mana Waaqaa hin te'a; waan naaf kennitu mara keessaa kudhan keessaa tokko si'iif hin kenna» jedhe.