Genesis 28:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi Guddaani si eebise halkuma si qajeelche, ilmaani heddu sii kenne akasiini gosa heddu si tolchinna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi maraa danda'u si haa eebbisu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi waan mara dande'u si eebbisuu ti! Akka ati abbaa gosa biyya adda addaa heddu'uu teetu, ijoollee hedduu sii kennuu ti!