Genesis 28:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani Isaaqooni Yakobo Mesopotamiati gara Labani erge. Labaniini suni ilma Bethueli, ka gosa Arami; ammalle inni oboleesa Rebeka, ta haad'a Yakobootiifi Esau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee ka'ee gara Laabaa ilma Baatu'eelii nama Sooriya'aa obboleessa Ribqa'aa haadha Yaaqoobiitii fi Eesawu'uu bira laga lamaan jidduu dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kanaan Yisihaq Yaaqoob erge; innille gara biyya phaadaan-Aaramii, gara Laabaanii ilma Batu'elii nama biyya Aaramii dhaqe. Inni obboleessa Ribqaa haadha Esaawu'uutii fi Yaaqoobii ti.